Uummanni addunyaa miliyoona hedduutti tilmamaamu ayyaana waggaa haaraa 'Lunar New Year' jedhamu kabajaa jiru. Ayyanni kunis Bara Bofaa jedhamees waamama. Chaayinoonni bofa mallattoo ogummaanni ...
Masriin waraanaashee Ergama Deeggarsa fi Tasgabbii Somaaliyaa Gamtaa Afriikaa haaraa jalatti bobbaasuunshee ''kaayyoo dorsiisa biyya kamuutu'' hin qabu jedhan Pirezidantiin Masrii Abdul Fattaah Al ...
Nama aartii Afaan Oromoo, keessattuu koomeedii jaallatuufi hordofuuf maqaan Sorsaa jedhu haaraa miti. Artist Sorsaa Lammiin ogeessa aartii qoosaawwan (hojiilee koomeedii), fiilmii, sirboota, ...
Ergaawwan suur-sagalee Afaanoota Ingiliffaa, Amaariffaa, Afaan Oromoo, Af-Somaalee fi Tigiriffaan hojjechuu isaas ibsaniiru. Dhimma kana kan ilaalchisees xalayaalee deeggarsaa fi mormii isa qaqqabuu ...