Uummanni addunyaa miliyoona hedduutti tilmamaamu ayyaana waggaa haaraa 'Lunar New Year' jedhamu kabajaa jiru. Ayyanni kunis Bara Bofaa jedhamees waamama. Chaayinoonni bofa mallattoo ogummaanni ...
Masriin waraanaashee Ergama Deeggarsa fi Tasgabbii Somaaliyaa Gamtaa Afriikaa haaraa jalatti bobbaasuunshee ''kaayyoo dorsiisa biyya kamuutu'' hin qabu jedhan Pirezidantiin Masrii Abdul Fattaah Al ...
Ergaawwan suur-sagalee Afaanoota Ingiliffaa, Amaariffaa, Afaan Oromoo, Af-Somaalee fi Tigiriffaan hojjechuu isaas ibsaniiru. Dhimma kana kan ilaalchisees xalayaalee deeggarsaa fi mormii isa qaqqabuu ...
Manneen barnootaa Finfinnee keessatti argaman gosa barnootaa haaraa kanneen akka gosa barumsa tokkoottii barsiisaa jiru. Haata’u malee, namoota fedhii siyaasaa garagaraa qaban Afaan Oromoo barsiisuun ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results